What We Do
Each program is delivered by a dedicated team of specialists.
Gargaarsa Midhaan Nyaataa
waggatti yeroo tokko ykn yeroo lama harka qalleeyyii warra humna hin qabne, warra waan nyaatu hin qabne midhaan nyaataa gargaaruu.
Barata Tokkoof Daftaraa Haa Goonuu
warroota sababa rakkinaatif barumsa addaan kutaniif dabtaraa fi qalama bituun barumsatti deebisuu.
Tajaajiila Deeggarsa Fi Hordoofii Fayyaa Haadhoolii
Haadhoolii iddoo garagaraatii dhufanii hoospitaala keessatti dahanii haalaa haamaa keessa jiran kanneen humaa hin qabne hanga waan dandeenyun gargaarree hanga manatti galchuu
Vocational Training
We equip youth with marketable skills in carpentry, tailoring, and information technology.
Garee kubbaa miilaati fi Atletics
Garee kubbaa miilaati fi Atletics
Qulqullina Fi Eeguumsa Naannoo
oorbaanitti yeroo takka keessaafu halkan jummataa wantoota akka sagaraa masgiidaa qulqulleessu, masgiida keessaa fi iddoo salaataaf itti toolftan qulqulleessu. akkasumaas toorbaanitti yeroo takka keessaafu guyyaa akka alhadaa ykn dilbata madrasaa keenya biqiltulee adda dhaabuun bareechu fi haaloota madrasaan irra jiru
Tajaajila Namooma
namoota rakkina emergency isaan mudateef hanga humna keenyaatti sagalee isaanif tahuudhan bira dhaabbachu